LibreOffice 7.1 Help
Keeyyata(wwan) warra akka lakkaawwiin itti ida'amuu barbaaddu fili.
Kabala cuqaasi.
Dhangii fi sadarkaa tarree lakkoofsiifamee jijjiiruuf, tarricha keessaa cuqaasi, kana booda kamshaa Rasaasawwanii fi Lakkaawwii bani.
Lakkaawwii haquuf, keewwatoota lakkoofsiifaman fili, kana booda sajoo Lakkaawwii Banaa/Dhaamaa Kabala Dhangeessaa irraa cuqaasi.
Dhangii tarree lakkoofsiifamee jijjiiruuf, tarree keessa cuqaasiitii, kana booda Dhangi'i - Rasaasawwanii fi Lakkaawwii filadhu.