LibreOffice 7.1 Help
Impressi $ (officename) gahaa taasiisuuf akkasumas iddo hojii keessaan naanna'uuf, gabatee cuqoo fayyadamuu dandeessa. Wantoota fakkasaa uumuudhaaf impressin LibreOffice furtuulee qaxxamuraa fakkasaa LibreOffice waliin wal-fakkaatan fayyadama.
TeessuumniOfmaa Impress LibreOffice matadureewwan islaayidii, barruu, fi wantootaaf iddoqawwan fayyadama. Iddooqa filachuuf, Ctrl+Enter dhhibi. Iddoqa ittanutti deemuuf, Ctrl+Enter irra deebi'ii dhiibi.
Islaayidii keessatti eerga islaayidii inaayii geessee booda yoo Ctrl+Galchi dhiibde, islaayidii ammaa boodatti islaayidii haaraa tu saaqama. Islaayidiin haaraan teessuma islaayidii ammaa waliin walfakaatu fayyadama.
To start a slide show, press Ctrl+F2 or F5.
Kabalaiddo
OptionAlt+PageDown
OptionAlt+PageUp
Lakkofsa fuula islaayidii barreessitti Galchii dhiibi.
Esc or -.
Yemuu dura gara fooyaa islaayidiitti jijjiirtuu, xiyyeffannoo gabatee cuqoo gara iddoo hojiitti jijjiiruuf Enter dhiibi. Karaa biraatiin iddoo hojii keessatti nanna'uuf F6dhiibi kana booda Enter dhiibi.
Islaayidii filu barbaaddutti naanna'uuf furtuulee xiyyxx fayyadami, kana booda kabalaiddoo dhiibii. Gara filmaattaati dabaluuf, islaayidii dabaluu barbaadutti naanna'uuf, furtuulee xiyyaa fayyadamitii kabalaiddoo irradeebi'i dhiibii. Islaayidii akka hin filatamne, gara islaayidiitti nanna'i kabalaiddoo dhiibii.
Islaayidii gargalchuu barbaadduutti naanna'uuf, furtuulee xiyyaa fayyadamii kana booda Ctrl+C.
Iddoo islaayidii garagalffamee maxxansuu barbaaddutti gara islaayidiitti deemi, kana booda Ctrl+V.
Islaayidii gargalchuu barbaadduutti naanna'uuf, furtuulee xiyyaa fayyadamii kana booda Ctrl+X dhiibi.
Iddoo islaayidii siqsu barbaaddutti gara islaayidiitti naanna'i, kana booda Ctrl+V. dhiibi
Islaayidii ammaa Dura ykn Booda fili, kana booda TOLE cuqaasi.