LibreOffice 7.1 Help
Gaafata ykn gabatee harkisuu-fi-dhiibuun qaaqa Garagalchi Gabatee jedhu ni banama, innis gaafata ykn gabatee garagalchuuf filannoo jiru hiikuuf si gargaara.
Qaaqa Garagalchi Gabatee dhaan:
deetaa gabatee tokkoorraa gara gabatee biratti garagalchuuf,
gabatee haaraa uumuuf caasaa gabatee akka hundeetti fayyadami.
Kuusdeetaa walfakkaatan irraa ykn kan adda ta'an irraa garagalchuu dandeessa.