LibreOffice 7.1 Help
Dirree fayyadamuudhan haala salphaan lakkoofsa fuulaa fuula itti aanuu saguu ni dandeesa.
Lakkoofsii fuulaa yoo fuulli armaan gadii jirate qofa mul'ata
Choose Insert - Header and Footer - Footer and select the page style that you want to add the footer to.
Saagii - Dirreewwan - Kabiroo cuqaasi.
Qaaqa Dirreewwan keessatti ,caancala Galmee cuqaasi.
Tarree Akaakuu keessaa 'fuula' fi tarree Fili keessaa 'Fuula itti aanuu' cuqaasi.
Tarree haalata lakkoofsa
keessatti cuqaasi.Yoo tarreeDhangii keessaa 'barruu' filatte,barruu ati sanduuqaGatii keessa galchitee qofa dirree keessatti agarsiisa.
Dirree lakkoofsa fuulaa waliin galchuuf Saagicuqaasi.