Gurmeessaa
Haalata filatameef dirqaalalee qindeessi.
Maqaa
Displays the name of the selected style. If you are creating or modifying a custom style, enter a name for the style. You cannot change the name of a predefined style.
AutoUpdate
Yeroo galmee kee keessatti dhangii kallattii keewwata irratti haalata kana fayyadamuun hojjatte haalata haaromsa. Dhangeessuun keewwatoota haalata kana fayyadaman maraa ofumaan haaromfama.
Haalata Itti Aanu
haalata jiraataa kan haalata ammee galmee kee keessatti hordofuu barbaadde fili. Haalatoota keewwataaf, haalanni itti aanu keewwata yeroo 'Enter' dhiibdu uumame irraatti hojjatama. Haalatoota fuulatiif, haalanni itti aanu yommuu fuulli haaraan uumame fayyada.
Waliin kornyaa'e
Haalata jirataa kan haalata haaraa irratti bu'ureffachuu barbaadde fili ykn , haalata ofii keetin hiikuu yoo barbaadde hin jiruu fili.
Akaakuu
Haalata ammeetif akaakuu agrsiisa. Haalata haaraa yoo uumtu ykn haaromsitu, tarree irraa 'Haalata Maammiloo' fili.
Haalata durmurtaawaadhaf akaakuu jijjiiruu hin dandeessu.
Qabata
Dhangeessuu sirri haalata ammee keessatti fayyadu ibsa.
Furtuu Qaxxaamuraa Ramadi
Caancala Meeshalee - Maamileessi - Gabatee Cuqoo bakka furtuu qaxxaamuraa haalata ammeetti ittiin ramaduu dandeessu bana.