Option Base Statement

0 ykn 1 akka durtii daangaa waraantoo isa gad-aanaatti hiika.

caasimaa:


Option Base { 0 | 1}

Ulaagaalee:

Sajoo Ofegannoo

Himni kun, Moojulii keessaatti, lakkadda sagantaa raawwachuu danda'u dursee ida'amuu qaba.


Fakkeenya:


Option Base 1
Sub ExampleOptionBase
   Dim sVar(20) As String
   MsgBox LBound(sVar())
End Sub