Ibsa

Amala hotspotii filatamee tareesa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Edit - ImageMap,then select a section of the ImageMap and click Properties - Description.


Geessituu

Amala hotspotii filatamee agarsiisa

URL:

Faayilii ati yeroo hotspotii filatame cuqaasuun banuu barbaaddeef URL galchi. Yoo maqeeffama korkoddii galmee waliin utaaluu barbaadde teessoo haala "faayilii:///C/ [maqaa_galmee_ammee]# korkordii_maqaa".

Barruu filatamaa:

Enter the text that you want to display when the mouse rests on the hotspot in a browser. If you do not enter any text, the Address is displayed.

Goodayyaa:

Maqaa galtee goodayyaa kan URL keeessa banuu barbaadde galchi. Ddabalataanis maqaa goodayaa durtii tarree irraattin filuu ni danddeessa.

Maqaalee:

Maqaa calaqqeedhaaf galchi..

Ibsa

Ibsa hotspoti dhaaf galichi.